Uncategorized ๐ˆ๐ง๐ฃ๐ข๐Ÿ๐š๐ง๐ง๐จ๐จ ๐’๐š๐š๐ฆ๐›๐ž๐ž

June 9, 2022by Firaol Teshale1
s1
s2
s3
s4
s5
s6
s7
Akaakileen keenya Bara 1926 Iluu Abbaa Booraa keessatti iddoo gaarreen ajaaโ€™ibsiisoodhaan faayamte Saambeetti, weerartoota Xaaliyaanii irratti injifannoo gonfataniiru. Injifannoo qaalii kana ilaalchisuun Biiroon Aadaa fi Turiizimii Oromiyaa dhaabbata Bifle Promotion waliin taโ€™uudhaan Ebla 27 bara 2014 tti, magaalaa seena-qabeettii Gooreetti sagantaa kabaja ayyaaneffannaa injifannoo kanaa qopheessee waan jiruuf, hundi keessanuu dhuftanii akka nu waliin kabajjan affeeramtaniirtu.
In 1933 at the beautiful plains of Sambe in Ilu Aba Bor, our forefathers defeated the forces of imperial Italy in a victory for the ages. In remembrance of this momentous occasion, the Oromia Culture and Tourism Bureau in association with Bifle Promotion have organized a grand celebration on May 5, 2022 in the historic town of Gore that you are all invited to!
Share on social networks

Firaol Teshale

One comment

  • Hamse mohamed ismail

    July 7, 2022 at 7:16 am

    I can’t wait to visit beautiful pleases of oromia and i like to learn oromo language so i want to say thanks for all of you

    Reply

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *