Uncategorized 𝐇𝐚𝐲𝐲𝐮𝐮 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐢𝐧𝐚 𝐚𝐚𝐝𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐬𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐠𝐚𝐡𝐞𝐞 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐚𝐚 𝐭𝐚𝐩𝐡𝐚𝐜𝐡𝐚𝐚 𝐭𝐮𝐫𝐚𝐧 𝐎𝐛𝐛𝐨𝐨 𝐒𝐢𝐧𝐭𝐚𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨 𝐓𝐨𝐥𝐚𝐚 𝐐𝐚𝐧𝐚’𝐚𝐚 𝐝𝐮’𝐚𝐚𝐧 𝐚𝐝𝐝𝐮𝐧𝐲𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐛𝐨𝐪𝐚𝐭𝐚𝐧𝐢𝐢𝐫𝐮.

June 9, 2022by Firaol Teshale0
mm
Guyyaa hardhaa Oromiyaan nama jabaa aadaa fi seenaa Oromoo guddisuuf carraaqqii guddaa taasisaa turan tasa of duraa dhabdeerti. Obbo Sintaayyoo Tolaa Qana’aa qorataa seenaa Oromoo cimaa kan turan yommuu ta’an seenaa, duudhaa fi aadaa Oromoo kan hin himamin hedduu kan ifatti baasan turan. Dadhabe osoo hin jedhin umrii isaanii guutuu saba kanaaf aarsaa godhataniiru. Fakkeenyaaf gochoota yeroo hundaa saba Oromoo boonsan kan akka sirna Gadaa UNESCO irratti galmeessisuuf falmiin isaan gochaa turan akka salphaatti kan dagatamuu miti.
Maatii, firoottan, hiriyyootaa fi saba baldhaa Oromootiif jajjabina hawwina!
𝐀 𝐋𝐢𝐟𝐞𝐭𝐢𝐦𝐞 𝐀𝐝𝐯𝐨𝐜𝐚𝐭𝐞 𝐨𝐟 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨 𝐂𝐮𝐥𝐭𝐮𝐫𝐞 𝐚𝐧𝐝 𝐇𝐢𝐬𝐭𝐨𝐫𝐲, 𝐒𝐢𝐧𝐭𝐚𝐲𝐞𝐡𝐮 𝐓𝐨𝐥𝐚 𝐊𝐞𝐧𝐞𝐚 𝐇𝐚𝐬 𝐏𝐚𝐬𝐬𝐞𝐝 𝐀𝐰𝐚𝐲
The Oromo nation has lost one of its fiercest defenders of culture and history today. Sintayehu Tola Kenea was a giant of Oromo historiography who set the record straight on several of the Oromo nation’s untold stories. In addition to his unrelenting advocacy for Oromo history, the unparalleled work he did in getting the Oromo people’s heritages such as the Gadaa system inscribed by the UNESCO was a monumental achievement that will always be cherished by all of us.
We offer our condolences to his family, friends and the Oromo people on his sudden death.
Share on social networks

Firaol Teshale

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *