The African Union’s Special Envoy to the Horn of Africa, Mr. Olusegun Obasanjo visited the incredible Sof Omar Cave in Bale and remarked on the unique nature of the destination saying it should be preserved and developed as an international tourism destination.
Gamtaa Afrikaatti ergamaan addaa Gaanfa Afrikaa kan ta’an Mr. Oluseegun Obaasaanjoo holqa akka Itoophiyaatti isa guddaa kan ta’e Soof Umar daawwataniiru. Daawwii isaanirrattis, holqa ajaa’ibsisaa kana kununsuun iddoo hawwataa turizimii idil-addunyaa gochu akka qabamu ibsaniiru.