Home2022 2022 March

Capitalize on low hanging fruit to identify a ballpark value added activity to beta test. Override the digital divide with additional clickthroughs from DevOps.
https://www.oromiatourismcommission.et/wp-content/uploads/2022/03/168.jpg

Nuhoo Goobanaa Magaalaa Dirree Dhawaatti obboleeyyan dhiiraa tokkoofi dubaraa lamaa waliin naannoo Qafiiraa ganda Gaaraa jedhamuitti bara 1938tti dhalate.Muuziiqaa Umriisaa guutuu kan ittiin hojjachaafi ittin qabsaawaa ture waliin bara 1960tti achuma magaalaa Dirre Dhawaatti makame.Nuhoon diiguumsa baandii Afran qalloo booda naannoo bara 1968tti gara biyya Jabuutiitti baqate, guyyaa ayyaana bilisummaa Jabuutiitiif bara 1969 hojiilee muuziiqaasaa...

https://www.oromiatourismcommission.et/wp-content/uploads/2022/03/164-1024x640.jpg

Komiishiniin Turizimii Oromiyaa guyyoota sadeen darbaniif magaalaa Bishooftuutti gamaaggama hojii ji’a jaha gaggeessee har’a xumureera.Komiishinariin Komiishinii Turizimii Oromiyaa Adde Lellisee Dhugaa kallatti hojii fulduraa kaa’an irratti haasaa taasiisaniin milkiin ji’oota 18’n KTO galmeessse kan jajjabeefamu ta’uusaa eeruun, ogeessoota komishiniichaa galateefataniiru.Karoorri tarsimoo’aan waggaa shanii KTO’n qophaa’ees ifoomeera. Bu’uuruma kanaan, karoora kana milkeessuuf daran hojjachun barbaachisaa akka...

https://www.oromiatourismcommission.et/wp-content/uploads/2022/03/163-960x640.jpg

Koomiishiniin Tuuriizimii Oromiyaa National Aviation College waliin ta’uun qorannoo rakkoo seektara tuuriizimii furuu fi qorachuun Fooramii Qorannoo Tuuriizimii oromia (FQTO) hundeessuu fi qaamoota dhimmi ilaallatu waliin marri’achuuf sagantaa gaafa Sadaasa 25, 2014 ganama keessaa sa’atii 2:30 Hoteela Moonaark Park View tti qopheessee jira.

https://www.oromiatourismcommission.et/wp-content/uploads/2022/03/162-1024x640.jpg

Currently attending the ministerial debate on ‘Politics to Foster Tourism for Rural Development’. A very apt topic for a delegation like ours from a majority rural country. Made even more relevant by the nomination of Wenchi and its rural community for the Best Tourism Village recognition by the UNWTO. Stay tuned for news from the...

https://www.oromiatourismcommission.et/wp-content/uploads/2022/03/161.jpg

Hon. Commissioner Lelise Dhugaa was recommended for her outstanding leadership qualities, persistent and revolutionary strides to nation-building by creating a solid leadership and entrepreneurship space for socio-economic development. The exemplary commitment and effort she put into transforming the emerging tourism sector to a level that best fits the untapped resources nature endowed to the nation...

https://www.oromiatourismcommission.et/wp-content/uploads/2022/03/160-960x640.jpg

Weellisaa beekamaafi jaalatamaan Oromoo Artist Elemoo Alii Haramaayaatti hojii artistoota gameeyyii yaadachuuf kan oolu gidduugala ”Gola Gameeyyii Artistoota Oromoo’ hundeessuudhaan Xumuree Eebbisiise. Elemoon waggoota 45 darban keessa Aadaa fi Hariiroo Oromoon Sabaa fi Sablammoota baha Itiyoophiyaa waliin qabu calaqqisiisuudhaaf Afaan Oromoo cinaattis Afaan Somaalee,Afaan Hararii fi Afaan Arabaatiin weellisuun gumaachee jira. Gola Arstistoota Oromoo kana...

https://www.oromiatourismcommission.et/wp-content/uploads/2022/03/158.jpg

OTC has welcomed the Africa Tourism Board chairman and his team. upon the visit, OTC and ATB have discussed on rising issues and further development in the tourism sector of Africa. Mrs. Lelise, The Commissioner of the Oromia Tourism Commission has expressed her gratitude to the ATB team for the visit. https://kaloafricamedia.com/oromo-tourism-commission-in…/

https://www.oromiatourismcommission.et/wp-content/uploads/2022/03/157.jpg

Following the first ever Tourism Hackathon program organized by Oromia Tourism Commission in conjuction with the Embassy of The Republic of Indonesia in Addis Ababa/Finfinnee, the relation of both parties has become more stronger.Experience sharing in the Tourism sector and assesing investment potentials in the zone are among the purposes of the visit.During the visit,...