HomeAuthor Firaol Teshale

s1
s2
s3
s4
s5
s6
s7

Akaakileen keenya Bara 1926 Iluu Abbaa Booraa keessatti iddoo gaarreen ajaa’ibsiisoodhaan faayamte Saambeetti, weerartoota Xaaliyaanii irratti injifannoo gonfataniiru. Injifannoo qaalii kana ilaalchisuun Biiroon Aadaa fi Turiizimii Oromiyaa dhaabbata Bifle Promotion waliin ta’uudhaan Ebla 27 bara 2014 tti, magaalaa seena-qabeettii Gooreetti sagantaa kabaja ayyaaneffannaa injifannoo kanaa qopheessee waan jiruuf, hundi keessanuu dhuftanii akka nu waliin kabajjan...

f1
f2
f3
f4
f5
f6

As part of its community-based environment conservation program in the Great Rift Valley, the Sustainable Environment and Development Action (SEDA) has today signed an MoU with the Oromia Tourism Commission (OTC). The MoU, signed by Deputy Commissioner Nega Wedajo on behalf of the OTC, aims to help SEDA and OTC collaborate on job creation, skills...

13
a1
a2
a3
a4
a5
a6
a7
a8
a9
a10
a11
a12

In a groundbreaking new venture the Batu City Administration, OTC, and BGI have conducted a workshop on a proposed city branding project for Batu. The workshop covered the basics of city branding, the tourism and investment potentials of Batu as well as challenges and opportunities inherent to the branding venture. Attended by stakeholders such as...

v1
v2
v3
v4
v5
v6
v7
v8
v9
v10
v11
v12
v13
v15
v16
v17
v18
v19
v20
v21
v22
v23
v24
v25
v26
v27

Agarsiisa kennaa kanarratti komishinarri itti aanaa Komishinii Turiizimii Oromiyaa Obbo Naggaa Wadaajoo, Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee fi hawaasni naannoo argamuun gamtaadhaan wal-harkaa fuudhinsa godhaniiru. Gamanumaan Dhaabbata Travel 251 magaalaa Bishaan Gurraachaatiif oolmaa guddaa oolee kana guddisnee galateeffachaa, dhabbatoonni birootis Travel 251 fakkeenya godhachuun industirii-turiizimii babaldhisuuf gahee keessan akka baatan affeeramtaniirtu.

mm

Guyyaa hardhaa Oromiyaan nama jabaa aadaa fi seenaa Oromoo guddisuuf carraaqqii guddaa taasisaa turan tasa of duraa dhabdeerti. Obbo Sintaayyoo Tolaa Qana’aa qorataa seenaa Oromoo cimaa kan turan yommuu ta’an seenaa, duudhaa fi aadaa Oromoo kan hin himamin hedduu kan ifatti baasan turan. Dadhabe osoo hin jedhin umrii isaanii guutuu saba kanaaf aarsaa godhataniiru. Fakkeenyaaf...

282605385_388610729979781_8710423516793669797_n
282772750_388610859979768_419325642317886009_n
283543875_388610903313097_7527713212091366257_n
283785617_388610686646452_4063045703750313225_n (1)
283823004_388610819979772_3555532905597554046_n
285584033_388610786646442_2053892019469090054_n

The African Union’s Special Envoy to the Horn of Africa, Mr. Olusegun Obasanjo visited the incredible Sof Omar Cave in Bale and remarked on the unique nature of the destination saying it should be preserved and developed as an international tourism destination. Gamtaa Afrikaatti ergamaan addaa Gaanfa Afrikaa kan ta’an Mr. Oluseegun Obaasaanjoo holqa akka...

284559732_387861656721355_7962588064731874223_n

In a meeting held at the Office of the President of the Oromia Regional State, President Shimellis Abdissa, a team from OTC, and partners discussed at length the upcoming pilot project as well as efforts in digitalizing tourism. Afterwards, the President reaffirmed his support and commitment to any Google Arts & Culture as well as...

111
282279461_387348580105996_578724011106787822_n
282705134_387348443439343_6528510224441989593_n
283591269_387348513439336_8493478299651683260_n
283779092_387348610105993_2174469735357607536_n
284185933_387348460106008_7198996830442177458_n
285521175_387348530106001_8225256197406825297_n

Oromia Tourism Commission team led by Commissioner Lelise Dhugaa met with representatives from Google Arts & Culture as well as Google Street View teams. The meeting mainly focused on a Google Arts and Culture pilot project about Oromia that the OTC has been spearheading, but also discussed were the potentials to scale up such projects...

21
22
23
24
25
27
28
29
31
32
33
34
35
36
284

A delegation from the Oromia Tourism Commission is exhibiting destinations and tourism attractions at the 9th International Tourism and Hospitality Week. Celebrated under the slogan “Tourism for Unity” at the Hotel and Tourism Training Institute, the event was officially launched by the Labor and Skills Development Minister, Muferihat Kamil and the Director General of the...